Backing to my identity
23/06/2012
#Enyuu want fedhe ha dubatu wanbarbade ha jedhu anii Anuma,
namaf jedhe rakkadha, namaf jecha jirenya kiyya dhabe,namaf jecha hirriiya kiya
dhabe, namaf jecha jalaala kiya woreege namaf jecha kana hunda ta’e jira.
#Gammachuu namaf jecha wanta kana hunda ta’e ama garu na ha
gahu. Ama garu jirenya kiya kan dhugatii debi’ee jira. Namni barbadee kan na
wajiin jirachu fedhuu akka amala kiyattii ana wajjiin jirachu danda’a garu ama
boda namaf jecha jirachuun na namaf jecha woregamuun na gahu jira.
#Amala kiya sireesuuf jecha lubbu kiya dhabuu, hin qabu akka
akka amala kiyatii jirachu barbada. Kayoo baldha qaba muldhata heedu qaba iddo
garii gahu barbada, fedhii mattii kiya, fira kiya, biyya kiya gutu fedha kanaf
amala kiya akka wan garii tokkoti ilaale jirachu barbada.
#Kana duba kan woregamuuf kayyoo kiya qofaf, bayyeen nama of
qofa jalata wanta baebadu erga ii irra argate duda siiti kena . Atti na basii
YAA WAQQAA KIYA.
No comments:
Post a Comment