Monday, 5 July 2021

#Karaa salphaa Telegram keessan gubbaan Schedule message/Ergaa ykn message sagantaadhaan nama dhuunfaattis ta'ee, chanala irratti waa post gochuuf nu qarqaaru.

#Karaa salphaa Telegram keessan gubbaan Schedule message/Ergaa ykn message sagantaadhaan nama dhuunfaattis ta'ee, chanala irratti waa post gochuuf nu qarqaaru.

Fakkeenyaaf Ergaa wahii daqiiqaa muraasa booda post gochuu yoo barbaaddan, tarii yeroo sanitti ammoo sababa gargaraatiin online yoo kan hin argamne tahe, Ammuma mijjeessitanii akka yeroo barbaadametti ergamu gochuu dandeessu.

📌 Tartiibni isaa :

1- Jalqaba iddoo waa erguu heddan dhaquun, waan erguu heddan sana qindeeffadhaa.

2- Ergasii mallattoo ittiin ergan sana yeroo tokko sirritti gadi qabaa.

3- Schedule message isa jedhu tuquun, yeroo barbaaddanitti mijjeeffadhaa.

✅ booda send message.

WIFI Mana ykn Biiroo keessatti yoo galfattan

#WIFI Mana ykn Biiroo keessatti yoo galfattan Gatiin akka armaan gadiiti

🔶1Mbps ➪ 499

🔶2Mbps ➪ 699

🔶3Mbps ➪ 899

🔶4Mbps ➪ 1099

🔶5Mbps ➪1249

🔶6Mbps ➪1499

🔶8Mbps ➪1900

🔶10Mbps ➪2300

🔶15Mbps ➪ 3320 ( Kanaa olis jiru)
Router Qar. 1350, Suuqotarratti Qarshii 2000 irraa eegalee jirta

Jaalattootaf_ha_gahuu

 #Jaalattootaf_ha_gahuu 

Sii jaaladhe siif du'e hin jedhin wan jettef raajiin uumamu hin jiru. Yoo sii filate male kan tokko tatan. Kun tapha gowwootati. Off addunyaa filmii kessa galchuun MARAATUMMA dha.dhiirri wan deemeef lafa hin dhitin wa  boottuf raajiin uumamuu hin jiru. Dhukkubi sammuu yoo ta’e  male kan inni filate caaltee yoo argamtee Moo'ichaan malee boo'ichan hin dhufu boo'ichan kan debi’u osoo jiratee iddoon Awwaala hin jiratu ture. Bareedinan moo’amte jilbiinfatee kan jiratuf kayyoo keetiif hojji ke qofa ha ta’u. Gantuuf baduun bayyee jirati irra of eeggadhu. Dachee kana irra bareedina bantee kessa darbiituu qofa male kuuwwan kan yeero irratti hundahe kan darbee baaduudha, off jaaladha kabaja off foyyessa. Namoonni kan foyyee qabu dhabu diddaaf amanamoo ta'u, isa gammachisuf hin ciinqaamin. Atti gammachu qabadhu male gammachuu kee kessa jirachu kan hin feene hin jiru


Shemsedin_Abate

Gmail n bu'aa 50 ol Googiilin nuuf kenuu kessa isa tokko yoo ta'u fayyida erga waljjiru tti



 Gmail fayyida ini nuuf kennu
****************************
#Gmail n bu'aa 50 ol Googiilin nuuf kenuu kessa isa tokko yoo ta'u fayyida erga waljjiru tti
#Gmail Imaalii yoo waljjijiru bu'aa bayye arganna. kessatu yoo Update yoo gotan.
#Gmail fayyida ini nuuf kennu kessa murasnii.
1ffaa:-#Google_Smart_Compose_Feature.
Ergaa tokko osoo barrresituu jechi barressa jirtu yaani issa yoo isiin jala bade/irranfataan Google isiin gargaraa.
Google smart Compose Feature kan jedhamu #Gmail irrati argama. Fayyidan kana jecha osoo barressa jirtan yoo isiin jala bade "kana jechuu barbadde jedhe". Yaada jecha tilmaamun isin gargara.
2ffaa:-#Schedule_emails_to_be_at_a_latet_date
Fayyidan kana fkn guyyaa 3 boda ergaan ykn Email erguu barbadan yoo jirate garu dhimmi bira yoo isiiniti jirate ykn isiini mijatu dide, Email hardha barresitee guyya 3 boda fkn Roobii sa'aatii 12 irrati Email akka erguu Bellaama qabachun nii dandetuu.
3ffaa:- Gamilii bakka Intarneetiin hin jirretti  ykn #offline yoo taataniyuu Gmailii fayyadamu nii dandeetu.
4ffaa:-#Confidential_Mode.
Kuun fayyida Gmaillin nuuf kenu kessa isa tokko. Fkn poropoozala Hojji, Barrefama Diirama, ykn Qoranno garagara ta'u danda'a. Walumaagalatti wan iccitii ta'e tokko osoo namaf erguu barbadanii, namni suun fayyila itti erge sana na jala balesuu danda'a ykn qama biratti dabarse na jala kenna iccitii kiyya jeettani sodachu daandetu. Garu Gamilii kessan #Confidential_Mode_On yoo gotan iccitn kessan isiin jala hin badu tasuma. Namni iccitii kessan ergite suun Dokumentii kessan #copii, #Delete/balleesu nama biraf erguus ta'e wan bira gochu hin danda'u dubbisu qofa danda'a. Kanaf iccitii kessan hala addan isiiniif ega.
5ffa:-#Gmailii yoo bantu Googliin iddoo duwwaa 15GB tolaan isiinif kenna kanaf isiun suuraa viidiyoo fii Dokumentii barbadan irra kawwaatani tolaan fayyadamu dandeetu.

Kanaf hundi kenya Gmaa'ili akawwanti banee itti ha fayyadamnu.
Horaa Bulaa

➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
Oddeeffannoo dabalataf tora kaniin fayyadamun nu argachu dandesu.
❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀
Facebook @the_Bigel_Official
Telegram @The_Bigel
YouTube  The Bigel
Blog www.bigelinfo.blogspot.com
❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Sunday, 4 July 2021

Duba Nama Ilalii !!!

 

                                                         DUBA NAMA ILALII !!

Amiicha tokko ture inisa suqqii qaba yerroo hunda yoo suqqi banu ganama ganama

Yerro hunda balblaa suqqii issa irrati nama maratuu ykn dhukubii samuu qabu tokko balbla suqqii isaa irra kan rafuu arga yerro arguu hunda bishaan itti jisuun balbla suqii irra ari’aa guyyota heduuf ergaa akkasitii ari’ee boda guyya tokko ganaman ka’e yoo suqii banuu akka guyya issa kawanii hin jiruu ammas guyya itti anu yoo banu hin jiruu. Essa akka dhaqee issaf hin gale, achii kamera CCTV dhoksa kan balbala suqqii issa irra jiruu fudhee bane yoo ilaalu, vidiyoon wanta adda turee Namiicha samuun fayya hin qabne kan balbla suqqi issa rafuu osso inii rafa jiru

Hattonii suqqii samuuf isaan tanaan suqqii akka issan hin samnee irra osso dhorka jiruu Hattoni ykn samtonii cupheedhan issa worananii ajessaan

 

Nama tokko jibbuun dura duba issa illalun bayye bareda ture !!

Duba nama ilalii !!

 

 

 

 

Nagenyii Rabana Alamiin isiinira ha jiratuu !!

 

 

                                                                                                                SHEMSEDIN ABATE

                                                     YIRGA CHEFFE SOUTH ETHIOPIA

Duuti wan hin oole dha kanaf ammuma Facebook ke mattii ykn fiira ke dhalchisi...!

 


#Facebook_Nama_Dhalchisuun_akka_Danda'amu_Beektu?

Hin godhiin male namni kamiyuu guyyan yoo gahe addunyaa kana dhisnee ademuun kenya wan hin oolle dha.

Namni Facebook fayyadamuu tokko duuti hin oole yoo itti dhufte Akkawwantii isa #Maatii, fira obbolaa isa ykn hiriyaa isa dhaalchisu ni danda'a '.

Abban akkawwantii Facebook yoo du'e kan dhaale sun akka kaa isatti fayyadamu ni danda'a jechudha. #FKN abban Facebook yoo du'e kan dhaale suun surraa kan du'e sana poost gochuun gadda isa ibsachuu ni danda'a. Itti dabalees kan du'e akkuma godha ture wan adda adda poost gochun itti fayyadamuu nii danda'a.Gabaabumatti wan kan du'e godha ture hunda gochuu nii danda'a.

Dutti hin oole yoo dhufe akkawanti kessaan #Maati, Fira ykn hiriyaa kessan dhaalchisuuf 

#Setting =-achii

#General =-{Account Ownership anda Cintrol} achii

#Memorialization_setting :-achi

#Edit ykn 

#Choose_a_Friend kan jedhu yoo dhufe Maqaa nama dhaalchisu barbadu itti galchitu. 

Dhume Facebook kessan nama dhalchistaan jechudha.


➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖

Oddeeffannoo dabalataf tora kaniin fayyadamun nu argachu dandesu.

❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Facebook @the_Bigel_Official

Telegram @The_Bigel

YouTube  The Bigel

Blog www.bigelinfo.blogspot.com

❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Deep Feek maalidha?


 
Deep feek

*************************

Biyya kenya kessatti Fageenyi nuti Tekinoloojii irra qabnu wan addati. Nuuti Photoshop'f ama reefuu harawa garu addunyaan kana erga bira darbite woggoota bayyee lakkoofsiiste jirti.

Deep feek jechun suuraaf Sagaalee walitti makkun wan hin jiru ummu kan itti dandenudha. Deep feek irra caalatti shororkeessummaaf itti fayadamu. Kessatu amma Generative Adversarial Network (GANs) Artificial Intelligent wajjin walitti makamuun kan hojjatu waan nama aja'ibsiisuuha issa dhugan adda basun bayye ulfata namoonni dhima kana irrati gadi lixiinan hojjatanu adda basuuf nuti ulfata jedhu. Kana Deep Feek Suuraf Sagalee nama garagaraa fayyadamun wanta nami suura irra jiru jedhe fakkesun sagales kanuma isa kan durii inni dhima biraa irrati dubate sanaa irra fudhachuun dhima barbaadaniif fayyadamuu. Amma Chaayinaan Bara 2019 irra eegalte Deep Feek akka hojjatani gadi hin dhisnee dhorkitee jirti.


❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Oddeeffannoo garagara argachuuf tora kenya kaniin fayyadamu dandesu 


Telegram    @The_Bigel

Facebook   @the_Bigel_Official 

Instagram  @thebigel22

Blogger  bigelinfo.blogspot.com

Saturday, 3 July 2021

Termuux Maalidha?


 Termux Maali...??

******************

Teermux jechun Linux irrati kan hunda'ee Adriod Hacking dhaf Application software dha.

#CommandLineInterfasiin fayyadamtootaf akka muldhatutti han hojjatamee dha. Command garagaraa baressun wantoota bayyee  #Hack gochu nii dandenya.


Termuux fayyadamun

 ðŸ’» Brute force Hacking

💻Socail Engineering 

💻Web Hacking

💻SMS Hacking

💻Call Longs Hacking

💻Android Camera Hackimg

💻Web Cam Hacking

💻Password Attacking

💻IP tracking

💻Wifi Hacking fii k.k kan fakkatan hojjachuu nii dandeenya.


Termuux kara laman fayyadamu ni dandeenya bilbila Root ta’ef hin tanneen.

Bilbila Vershin isani 5.0 ool ta'an irrratti fayyadamu nii dandenya garu bilbilooni version isani kana gadi ta'an Root goone fayyadamuu dandeenya.

Application yoo barbadan #Playstore irra nii argatu



❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Oddeeffannoo garagaraa argachuuf tora kenya kaniin ffayyadamun nuu argachuu dandesu.


Telegram    @The_Bigel

Facebook   @the_Bigel_Official 

Instagram  @thebigel22

Blogger  bigelinfo.blogspot.com

Saturday, 26 June 2021

Rakko...

 Akkam jirtu akkuma bekkamu rakko yeroo amma biyyi kenya kessa jirtu kessatu Rakko yeroo ama Oromiyaan kessa jiru bayye nuu yaadesa guyya guyan ilmaan oromoo du'a jiru. nutiis kun  bayye akka nu yaadesu isin hubachuun feena kana gama kaminu wan kana bayiisnee baalaleefanna. ilmaan oromoo dhuma jiranif hanga nuuf danda'amen sagalee ni tana addunyitti dhagesiisuf wan nu irra eggamu hund ni bahanna.

isiinf kun...

 Marsaritiin kenya oddefanno guyya guyyan kana jirenya kessanif barbachisa ta'e  file isinif dhihessina. irra caalaati kan itti xiyyefannu wa'ee Tekinolojijitti. kana dhalonii amma kun gama kanaf sii'awa wan ta'ef nuttis kaanuma hubachun wantota gama kanan jiran guyya guyyan isiinif dhihesuuf qopgofne jira isinis nutti dhihachun yaada kessn nuuf qoda. afaanuma kenyan tikinolojji baranne wal barsiisna.

Off Egannof

 Akkuma bekkamu windows 11 gaddi dhifame jira wanta jedhamutu jira. garu dhabatichi nii beksiise male hanga ammati gadii hin dhisne. kan  gadii dhifaman kara hannan wan ta'eef software virus bayye ulfata ta'e off kessa qaba kanaf oso hanga kara official ta'en hanga dhabatici(mirosoft) gadi dhistu egannr update godhanne garidha.

Jalaleen Naa Jiijjirte

 

                                                                                                                                     12-4-2012

Jalaleen  Naa Jiijjirte

Jalallee tiyya takka turtee garu na jijjirte jirti

      Turban tokkof na dhukkube ture namnii na bira hin  jiru bilbilii kiyyas cufa ture, ergaa naf fayyee bode gara mana jalallee tiyaa yoo demuu jalaleen tiyya nama biraa wajiin jirtii erga naga gafadhe bode enyuu wol habaruu jenaan jalallen tiyaa akkas nan jette ‘’ jalalle kiyya walbaradhu’’ naan jete

JALALLEE torbaan tokko gutuu essa baddee bilbila kee cufatee

ANA na dhukubeen mana ture essayuu hin demnee

JALALLEE bilibila maaf cuufatee wanta jalallee bira wajiin turtefii mitii

ANA lakki akkasi mitti wanuma na dhukubeef bilbila kiyya hin charjesuu hin dandene

JALALLEE ama dhisii odduu soba malumafuu jalallee kiya kanan walbarii

ANA na hubadhuu lubbuu maloo

JALALLEE ama yerroo na jala hin gubiin

ANA rabbiin siif ha kenuu kaa

Torban boda

Ishiin jalalee ishii harawa san kan durba bira wajiin ergaa(message) sii jaladha jedhuu walii baressa argitee, issaan wal lolte

Gara gabitee kiya dhuftee

JALALLEE naan balesee dhifamaa

ANA ama dhisii hunduu darbe jira !!

JALALLEE dhifama maloo!!

ANA dhifama siif godhee jira garuu ama bode sii wajiin jirachuu hin danda’uu nagahatii

 

 

Nagenyii Rabana alamiin isiin irra ha jirtatu

 

                                                                                                                               SHEMSEDIN ABATE

                                                                                                            GEDEB SOUTHE ETHIOPIA

Invest your self

 Invest your self

Ilmaa namatif Qixaa kan kenname yoo jiratee YERROO qafadha.Yerro kee itti fayadamuu yoo dandete ittin jijjitamta…off jiijiru yoo dandetee namota kawan jiijjiru ni dandeta, off jiijiruf yoo YERROO sitti fudadahatee nama birra jijjiru hin dandetu .(Invest yourself) off irrat inest godhii jalqaba off jijjiri. Yadaa kee jiijjiri, ilallcha ke Itti Ijjari, hasawa ke gamamamii jirachuun ke yoo hardha itti fayyadamte dha.haradha irra yerroon amma. Amma immo  daraba jira ! gafiin akkamiti darba jira kan jedhudha. Gaffii kanaf debbin atti debistu. Borru jecha jedhu irra offuma kettu murtessa.

 

 

 

 

Hardha itti fayyadami

 

 

                                                                                                                                     SHEMSEDIN ABATE

                                                                                                                                               MASH Documentary

Backing to my identity

 Backing to my identity

                                                                                                                                                                         23/06/2012

#Enyuu want fedhe ha dubatu wanbarbade ha jedhu anii Anuma, namaf jedhe rakkadha, namaf jecha jirenya kiyya dhabe,namaf jecha hirriiya kiya dhabe, namaf jecha jalaala kiya woreege namaf jecha kana hunda ta’e jira.

#Gammachuu namaf jecha wanta kana hunda ta’e ama garu na ha gahu. Ama garu jirenya kiya kan dhugatii debi’ee jira. Namni barbadee kan na wajiin jirachu fedhuu akka amala kiyattii ana wajjiin jirachu danda’a garu ama boda namaf jecha jirachuun na namaf jecha woregamuun na gahu jira.

#Amala kiya sireesuuf jecha lubbu kiya dhabuu, hin qabu akka akka amala kiyatii jirachu barbada. Kayoo baldha qaba muldhata heedu qaba iddo garii gahu barbada, fedhii mattii kiya, fira kiya, biyya kiya gutu fedha kanaf amala kiya akka wan garii tokkoti ilaale jirachu barbada.

#Kana duba kan woregamuuf kayyoo kiya qofaf, bayyeen nama of qofa jalata wanta baebadu erga ii irra argate duda siiti kena . Atti na basii YAA WAQQAA KIYA.

Ilmii Nama bar...!!



 NAMA NA AWWALE OSSO HIN AWWALIIN

                         Ilmii nama bar !

Yoo hin funee maliif hin fune?

Yoo futee amo maal hanga amma kan hin umanne?

Ijjolee lama maal sadiiffa hin dabaltanii?

Hadhamana kee wajjin yoo waal-dhabdee maal osso wal hikkuun jiru maaltu sii jeqe?

Nama taphatuu yoo tate Odduu jalata siin jedhu.

Yoo Caldhistee akka wanta gara kessatii qabatetti sii yaadu

Yerro tokko tokko taphata yerro tokko tokko immo caldhiisa yoo tate, inni akkanuma kessii issa hin baramuu siin jedhuu.

Tasa naga yoo gafate inni offtula siin jedhu, baqa hasawuu dha.

*      Yoo furdate nii hasawu

*      Yoo huqatee nii hasawu

*      Bayye cima yoo tate nii hasawu

*      Wolala yoo tate nii hasawuu

*      Robba yoo ta’e ebada qorra !

*      Yoo hasoftee oddessa siin godhu

*      Yoo haqumma hojjate sii jibbu

*      Yoo itti dhihatte wanta fayyidaf itti dhihatte itti fakata

*      Akka irra fagatuu barbada

*      Mata gaddi qabate yoo itti dhihatte sii tufatu

*      Hojji yoo adda kute sii tufatu

*      Hojji yoo hjjate sii hamatu

*      Mallaqa yoo qabate qillensa irra sii hafarsu

*      Yoo sitti barede ni Hinaafu

*      Yoo off qulqulesitte ijja siiti bayisuu

*      Yoo xuroftee adda sii basuuf yaalu

Nama aja’iba

Ø  Namni yoo du’e hidhii qulqulefatu

Ø  Kufati namati balbaldhomina basu

Ø  Yoo jirenyi namaf darbee nii Hinafu

Ø  Yoo qabata tate nama namatu sii bekka

Ø  Yoo dhaba tate nama bekta

Ø  Yoo dhaba tate namni sii jibba

Amas inuma hasawama !?

Fayyida male jalalii hin jiru !

Ana male nuuyi hin jiru!

Afaan irra male onne irra hin jiru!

Araba maale hojjin hin jiru

Barumsa male bekumsi hin jiru

……………………………………………………………………………

Addduma!!!!

Daldaalan ni soba

Doktori bekumsan daldala

Soreesi hiyyesaf hin gaddu

Dhukubniif duti yoo  bayate kan sii gorsii murasa male bayyen hin jiru

Addunyan baddif marfamte jirti lubbun qaliin rakafte jirti

                                       …itti fuufa…     share, like

SHAMSADDIIN ABBATTEE ttiin kan Qophahee filmii Gababa mata-duren issa

NAMA NA AWWALE OSSO HIN AWWALIINjedhu irra kan fudhatame

 

EXECUTIVE PRODUCER SHEMSEDIN A. and MASH TUBE

EDITOR KAARKARROO FILMS

MASH DOCUMENTARY   MARCH 7, 2020

 

Ilma Coolle

 

Illm colle

Yerroo tokko beyye Colle kan ta’ee umri 14 Mucaa Afaar ture

Ta’us da’imnii kun mana kessati wanta badda hojjatamu wan arguuf yero hunda nii jeqama ture.

Abban hojjatu Hadha issa wajjiin dhokachuun wanta badda hojjata ture.

Haatis sanyoo issi wajiin balagdii turee.

Da’imniis yerro hunda wanta kana wan arguuf yerro hunda nii aara ture. Guyya tokko mana kessatii uffata maratee dhokate rafee ture, achii sanyoon hadha yeroo gara mana senuu da’imaa hin agare ture,

Sanyoon hadha Da’imatiin ‘’atti nama bayye gariidha. Wanta anii barbaduu hunda naf kentia. Ama sanga abba mana kee Adii Gudda sana guyya boruu nyachu barbada.’’ Jedhen

Hattii da’imas ‘’rakkoon hin jiruu atti hirriyota kan hanga nama kudhanii fide dhufu qabda.’’ Jetten.

Guyya itti anuu innis hiriyota issa kudhan qabate dhufe.

Hattiis gara Abba mana demuun akkana jetten ‘’firrooni kiyya hundu dhufanii jiru kanafu nyata nyachisuu qabna jeten, bayyina wan qabaniif budenaf wanta na qanesu dhihesuu hin barbadu.’’

Abban mana ‘’egga akkas ta’e sanga Adi Gudda sana qalee nyachiifna.’’

Abbanis sanga gudda Gadiisa jala fidee qaluu egalee. Da’iimnis bayee aare gara Abba yoo demuu abban foon qalee fudhee kesuumotaf akka gesuu ajajee.

Da’imniis Foon qabate gara mana yoo demuu Dhaka arge hunda irra mura fooni irra kaha demu jalqe.

Akkana godha hanga kessumota itti fuufe… Abbaniss Mura fooni Dhaka irrati kahame hunda yoo arguu’’ Da’imnii kiyya mal ta’e ‘’jedhe yaadu egale.harka tokkon billa qabate harka kaniin mura foon Dhaka irra guraa Da’ima hordofuu egale.

Da’imnii gara kessumota yoo figa dhufu  hirriyan hadha  ‘’ Abbaan kee mal godha jira jedhen’’

Da’imnii ‘’argaa hin jirtuu ?eebo qabate Dhaka gura gara kenna dhufa jira, Hadha kiyya wajiin hiriyuuma dhunfa akka qabduu bekke sii ajesuuf dhufa jira.’’ Yerro kana da’imnii gara hadha yoo demuu Haattii ‘’Ollii kun hundii mallii’’ jette gafate.

Da’imniis akkana jedheen ‘’Abbaan jallaale kee kan dhoksaa sana bekke ajesuuf dhakan ari’aa jira achii gara mana yoo dhufe morma kee sii irra mura.’’

Yerroo kana Hatiis bayyee sodatee gara mana hadha ishii figuu egalte

Abbaanis wanti ta’ama jiruu galufi dede jenan Da’imaa wamee’’maltuu ta’ama jira’’ jedhe gafate.

Da’imniis Harmeen wanta atii hojjatu wajiin gotee wanta bektef Hadha ishiti himuuf figa jirti jedheen.

Abbaanis duba ishii feguun ‘’maalo maalo maloo… hadha ketiiti homa itti hin himinn maalo waqqaa jedhi’’ jedha kadhachu jalqabee.

Ishiinis inii duba figa jirachu issa erga argitti halan figuu egalttee, ‘’maalo nah in ajesiini morma na irra hin muriin’’ jedha kadhachu egaltee

Da’imniis dukka issanii figuu egalee

Isaan lachuu hadhaa ishii bira wan qixa gahan, haatiis ishii ‘’maaltate’’ jette gafate.

Ishinis siiti himu hin danda’u sitti himu hin danda’uu sababniid Da’imnii kiyaa nii beka’’ jetten.

Jartiinis soddaa ishii ‘’attii hoo maltatee’’ jete gafaate

Abbaanis ‘’Aniis siiti himuu hin danda’u kan bekuu Da’ima koo qofadha’’ jedhen

Yerro kana Da’imnii achii gahe’’ rakkon hin jiruu gara mana demnee wanta jiru anuu nii fura’’ jedhen

Mana akkuma gahanin Da’imnii issan lamanu qophati wamuun Abbaan ‘’Gocha kee kana ama bode wanta dhabdu yoo ta’e Harmen Balessa kee sii dhisuuf qophiidha’’ jedhiin

Hadhaniis ‘’amma bode gocha kee kana nii dhista tanan Abbaan balessa kettif dhifama siif gochuuf qophiidha.’’ Jedhiin

Haluuma kana icciti isano oso hin bekiin jallaalan wajiin jirachu egale

 

Senaa kana kessati Da’imnii colleen kabaja matti ta’u nii danda’a

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

                                                                                  Written by SHEMSEDIN ABATE

                                                                                                 MASH Documentary