12-4-2012
Jalaleen Naa Jiijjirte
Jalallee tiyya takka turtee garu na jijjirte jirti
Turban tokkof na
dhukkube ture namnii na bira hin jiru
bilbilii kiyyas cufa ture, ergaa naf fayyee bode gara mana jalallee tiyaa yoo
demuu jalaleen tiyya nama biraa wajiin jirtii erga naga gafadhe bode enyuu wol
habaruu jenaan jalallen tiyaa akkas nan jette ‘’ jalalle kiyya walbaradhu’’
naan jete
JALALLEE torbaan
tokko gutuu essa baddee bilbila kee cufatee
ANA na dhukubeen
mana ture essayuu hin demnee
JALALLEE bilibila
maaf cuufatee wanta jalallee bira wajiin turtefii mitii
ANA lakki akkasi
mitti wanuma na dhukubeef bilbila kiyya hin charjesuu hin dandene
JALALLEE ama
dhisii odduu soba malumafuu jalallee kiya kanan walbarii
ANA na hubadhuu
lubbuu maloo
JALALLEE ama
yerroo na jala hin gubiin
ANA rabbiin siif
ha kenuu kaa
Torban boda
Ishiin jalalee ishii harawa san kan durba bira wajiin
ergaa(message) sii jaladha jedhuu walii baressa argitee, issaan wal lolte
Gara gabitee kiya dhuftee
JALALLEE naan
balesee dhifamaa
ANA ama dhisii
hunduu darbe jira !!
JALALLEE dhifama
maloo!!
ANA dhifama siif
godhee jira garuu ama bode sii wajiin jirachuu hin danda’uu nagahatii
Nagenyii Rabana alamiin isiin irra ha jirtatu
SHEMSEDIN ABATE
GEDEB
SOUTHE ETHIOPIA
No comments:
Post a Comment