Monday, 5 July 2021

#Karaa salphaa Telegram keessan gubbaan Schedule message/Ergaa ykn message sagantaadhaan nama dhuunfaattis ta'ee, chanala irratti waa post gochuuf nu qarqaaru.

#Karaa salphaa Telegram keessan gubbaan Schedule message/Ergaa ykn message sagantaadhaan nama dhuunfaattis ta'ee, chanala irratti waa post gochuuf nu qarqaaru.

Fakkeenyaaf Ergaa wahii daqiiqaa muraasa booda post gochuu yoo barbaaddan, tarii yeroo sanitti ammoo sababa gargaraatiin online yoo kan hin argamne tahe, Ammuma mijjeessitanii akka yeroo barbaadametti ergamu gochuu dandeessu.

📌 Tartiibni isaa :

1- Jalqaba iddoo waa erguu heddan dhaquun, waan erguu heddan sana qindeeffadhaa.

2- Ergasii mallattoo ittiin ergan sana yeroo tokko sirritti gadi qabaa.

3- Schedule message isa jedhu tuquun, yeroo barbaaddanitti mijjeeffadhaa.

✅ booda send message.

WIFI Mana ykn Biiroo keessatti yoo galfattan

#WIFI Mana ykn Biiroo keessatti yoo galfattan Gatiin akka armaan gadiiti

🔶1Mbps ➪ 499

🔶2Mbps ➪ 699

🔶3Mbps ➪ 899

🔶4Mbps ➪ 1099

🔶5Mbps ➪1249

🔶6Mbps ➪1499

🔶8Mbps ➪1900

🔶10Mbps ➪2300

🔶15Mbps ➪ 3320 ( Kanaa olis jiru)
Router Qar. 1350, Suuqotarratti Qarshii 2000 irraa eegalee jirta

Jaalattootaf_ha_gahuu

 #Jaalattootaf_ha_gahuu 

Sii jaaladhe siif du'e hin jedhin wan jettef raajiin uumamu hin jiru. Yoo sii filate male kan tokko tatan. Kun tapha gowwootati. Off addunyaa filmii kessa galchuun MARAATUMMA dha.dhiirri wan deemeef lafa hin dhitin wa  boottuf raajiin uumamuu hin jiru. Dhukkubi sammuu yoo ta’e  male kan inni filate caaltee yoo argamtee Moo'ichaan malee boo'ichan hin dhufu boo'ichan kan debi’u osoo jiratee iddoon Awwaala hin jiratu ture. Bareedinan moo’amte jilbiinfatee kan jiratuf kayyoo keetiif hojji ke qofa ha ta’u. Gantuuf baduun bayyee jirati irra of eeggadhu. Dachee kana irra bareedina bantee kessa darbiituu qofa male kuuwwan kan yeero irratti hundahe kan darbee baaduudha, off jaaladha kabaja off foyyessa. Namoonni kan foyyee qabu dhabu diddaaf amanamoo ta'u, isa gammachisuf hin ciinqaamin. Atti gammachu qabadhu male gammachuu kee kessa jirachu kan hin feene hin jiru


Shemsedin_Abate

Gmail n bu'aa 50 ol Googiilin nuuf kenuu kessa isa tokko yoo ta'u fayyida erga waljjiru tti



 Gmail fayyida ini nuuf kennu
****************************
#Gmail n bu'aa 50 ol Googiilin nuuf kenuu kessa isa tokko yoo ta'u fayyida erga waljjiru tti
#Gmail Imaalii yoo waljjijiru bu'aa bayye arganna. kessatu yoo Update yoo gotan.
#Gmail fayyida ini nuuf kennu kessa murasnii.
1ffaa:-#Google_Smart_Compose_Feature.
Ergaa tokko osoo barrresituu jechi barressa jirtu yaani issa yoo isiin jala bade/irranfataan Google isiin gargaraa.
Google smart Compose Feature kan jedhamu #Gmail irrati argama. Fayyidan kana jecha osoo barressa jirtan yoo isiin jala bade "kana jechuu barbadde jedhe". Yaada jecha tilmaamun isin gargara.
2ffaa:-#Schedule_emails_to_be_at_a_latet_date
Fayyidan kana fkn guyyaa 3 boda ergaan ykn Email erguu barbadan yoo jirate garu dhimmi bira yoo isiiniti jirate ykn isiini mijatu dide, Email hardha barresitee guyya 3 boda fkn Roobii sa'aatii 12 irrati Email akka erguu Bellaama qabachun nii dandetuu.
3ffaa:- Gamilii bakka Intarneetiin hin jirretti  ykn #offline yoo taataniyuu Gmailii fayyadamu nii dandeetu.
4ffaa:-#Confidential_Mode.
Kuun fayyida Gmaillin nuuf kenu kessa isa tokko. Fkn poropoozala Hojji, Barrefama Diirama, ykn Qoranno garagara ta'u danda'a. Walumaagalatti wan iccitii ta'e tokko osoo namaf erguu barbadanii, namni suun fayyila itti erge sana na jala balesuu danda'a ykn qama biratti dabarse na jala kenna iccitii kiyya jeettani sodachu daandetu. Garu Gamilii kessan #Confidential_Mode_On yoo gotan iccitn kessan isiin jala hin badu tasuma. Namni iccitii kessan ergite suun Dokumentii kessan #copii, #Delete/balleesu nama biraf erguus ta'e wan bira gochu hin danda'u dubbisu qofa danda'a. Kanaf iccitii kessan hala addan isiiniif ega.
5ffa:-#Gmailii yoo bantu Googliin iddoo duwwaa 15GB tolaan isiinif kenna kanaf isiun suuraa viidiyoo fii Dokumentii barbadan irra kawwaatani tolaan fayyadamu dandeetu.

Kanaf hundi kenya Gmaa'ili akawwanti banee itti ha fayyadamnu.
Horaa Bulaa

➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
Oddeeffannoo dabalataf tora kaniin fayyadamun nu argachu dandesu.
❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀
Facebook @the_Bigel_Official
Telegram @The_Bigel
YouTube  The Bigel
Blog www.bigelinfo.blogspot.com
❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Sunday, 4 July 2021

Duba Nama Ilalii !!!

 

                                                         DUBA NAMA ILALII !!

Amiicha tokko ture inisa suqqii qaba yerroo hunda yoo suqqi banu ganama ganama

Yerro hunda balblaa suqqii issa irrati nama maratuu ykn dhukubii samuu qabu tokko balbla suqqii isaa irra kan rafuu arga yerro arguu hunda bishaan itti jisuun balbla suqii irra ari’aa guyyota heduuf ergaa akkasitii ari’ee boda guyya tokko ganaman ka’e yoo suqii banuu akka guyya issa kawanii hin jiruu ammas guyya itti anu yoo banu hin jiruu. Essa akka dhaqee issaf hin gale, achii kamera CCTV dhoksa kan balbala suqqii issa irra jiruu fudhee bane yoo ilaalu, vidiyoon wanta adda turee Namiicha samuun fayya hin qabne kan balbla suqqi issa rafuu osso inii rafa jiru

Hattonii suqqii samuuf isaan tanaan suqqii akka issan hin samnee irra osso dhorka jiruu Hattoni ykn samtonii cupheedhan issa worananii ajessaan

 

Nama tokko jibbuun dura duba issa illalun bayye bareda ture !!

Duba nama ilalii !!

 

 

 

 

Nagenyii Rabana Alamiin isiinira ha jiratuu !!

 

 

                                                                                                                SHEMSEDIN ABATE

                                                     YIRGA CHEFFE SOUTH ETHIOPIA

Duuti wan hin oole dha kanaf ammuma Facebook ke mattii ykn fiira ke dhalchisi...!

 


#Facebook_Nama_Dhalchisuun_akka_Danda'amu_Beektu?

Hin godhiin male namni kamiyuu guyyan yoo gahe addunyaa kana dhisnee ademuun kenya wan hin oolle dha.

Namni Facebook fayyadamuu tokko duuti hin oole yoo itti dhufte Akkawwantii isa #Maatii, fira obbolaa isa ykn hiriyaa isa dhaalchisu ni danda'a '.

Abban akkawwantii Facebook yoo du'e kan dhaale sun akka kaa isatti fayyadamu ni danda'a jechudha. #FKN abban Facebook yoo du'e kan dhaale suun surraa kan du'e sana poost gochuun gadda isa ibsachuu ni danda'a. Itti dabalees kan du'e akkuma godha ture wan adda adda poost gochun itti fayyadamuu nii danda'a.Gabaabumatti wan kan du'e godha ture hunda gochuu nii danda'a.

Dutti hin oole yoo dhufe akkawanti kessaan #Maati, Fira ykn hiriyaa kessan dhaalchisuuf 

#Setting =-achii

#General =-{Account Ownership anda Cintrol} achii

#Memorialization_setting :-achi

#Edit ykn 

#Choose_a_Friend kan jedhu yoo dhufe Maqaa nama dhaalchisu barbadu itti galchitu. 

Dhume Facebook kessan nama dhalchistaan jechudha.


➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖

Oddeeffannoo dabalataf tora kaniin fayyadamun nu argachu dandesu.

❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Facebook @the_Bigel_Official

Telegram @The_Bigel

YouTube  The Bigel

Blog www.bigelinfo.blogspot.com

❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Deep Feek maalidha?


 
Deep feek

*************************

Biyya kenya kessatti Fageenyi nuti Tekinoloojii irra qabnu wan addati. Nuuti Photoshop'f ama reefuu harawa garu addunyaan kana erga bira darbite woggoota bayyee lakkoofsiiste jirti.

Deep feek jechun suuraaf Sagaalee walitti makkun wan hin jiru ummu kan itti dandenudha. Deep feek irra caalatti shororkeessummaaf itti fayadamu. Kessatu amma Generative Adversarial Network (GANs) Artificial Intelligent wajjin walitti makamuun kan hojjatu waan nama aja'ibsiisuuha issa dhugan adda basun bayye ulfata namoonni dhima kana irrati gadi lixiinan hojjatanu adda basuuf nuti ulfata jedhu. Kana Deep Feek Suuraf Sagalee nama garagaraa fayyadamun wanta nami suura irra jiru jedhe fakkesun sagales kanuma isa kan durii inni dhima biraa irrati dubate sanaa irra fudhachuun dhima barbaadaniif fayyadamuu. Amma Chaayinaan Bara 2019 irra eegalte Deep Feek akka hojjatani gadi hin dhisnee dhorkitee jirti.


❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Oddeeffannoo garagara argachuuf tora kenya kaniin fayyadamu dandesu 


Telegram    @The_Bigel

Facebook   @the_Bigel_Official 

Instagram  @thebigel22

Blogger  bigelinfo.blogspot.com

Saturday, 3 July 2021

Termuux Maalidha?


 Termux Maali...??

******************

Teermux jechun Linux irrati kan hunda'ee Adriod Hacking dhaf Application software dha.

#CommandLineInterfasiin fayyadamtootaf akka muldhatutti han hojjatamee dha. Command garagaraa baressun wantoota bayyee  #Hack gochu nii dandenya.


Termuux fayyadamun

 ðŸ’» Brute force Hacking

💻Socail Engineering 

💻Web Hacking

💻SMS Hacking

💻Call Longs Hacking

💻Android Camera Hackimg

💻Web Cam Hacking

💻Password Attacking

💻IP tracking

💻Wifi Hacking fii k.k kan fakkatan hojjachuu nii dandeenya.


Termuux kara laman fayyadamu ni dandeenya bilbila Root ta’ef hin tanneen.

Bilbila Vershin isani 5.0 ool ta'an irrratti fayyadamu nii dandenya garu bilbilooni version isani kana gadi ta'an Root goone fayyadamuu dandeenya.

Application yoo barbadan #Playstore irra nii argatu



❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Oddeeffannoo garagaraa argachuuf tora kenya kaniin ffayyadamun nuu argachuu dandesu.


Telegram    @The_Bigel

Facebook   @the_Bigel_Official 

Instagram  @thebigel22

Blogger  bigelinfo.blogspot.com