DUBA NAMA ILALII !!
Amiicha tokko ture inisa suqqii qaba yerroo hunda yoo suqqi
banu ganama ganama
Yerro hunda balblaa suqqii issa irrati nama maratuu ykn
dhukubii samuu qabu tokko balbla suqqii isaa irra kan rafuu arga yerro arguu
hunda bishaan itti jisuun balbla suqii irra ari’aa guyyota heduuf ergaa
akkasitii ari’ee boda guyya tokko ganaman ka’e yoo suqii banuu akka guyya issa
kawanii hin jiruu ammas guyya itti anu yoo banu hin jiruu. Essa akka dhaqee
issaf hin gale, achii kamera CCTV dhoksa kan balbala suqqii issa irra jiruu
fudhee bane yoo ilaalu, vidiyoon wanta adda turee Namiicha samuun fayya hin
qabne kan balbla suqqi issa rafuu osso inii rafa jiru
Hattonii suqqii samuuf isaan tanaan suqqii akka issan hin
samnee irra osso dhorka jiruu Hattoni ykn samtonii cupheedhan issa worananii
ajessaan
Nama tokko jibbuun dura duba issa illalun bayye bareda ture
!!
Duba nama ilalii !!
Nagenyii Rabana Alamiin isiinira ha jiratuu !!
SHEMSEDIN ABATE
YIRGA CHEFFE SOUTH ETHIOPIA
No comments:
Post a Comment