Sunday, 4 July 2021

Duuti wan hin oole dha kanaf ammuma Facebook ke mattii ykn fiira ke dhalchisi...!

 


#Facebook_Nama_Dhalchisuun_akka_Danda'amu_Beektu?

Hin godhiin male namni kamiyuu guyyan yoo gahe addunyaa kana dhisnee ademuun kenya wan hin oolle dha.

Namni Facebook fayyadamuu tokko duuti hin oole yoo itti dhufte Akkawwantii isa #Maatii, fira obbolaa isa ykn hiriyaa isa dhaalchisu ni danda'a '.

Abban akkawwantii Facebook yoo du'e kan dhaale sun akka kaa isatti fayyadamu ni danda'a jechudha. #FKN abban Facebook yoo du'e kan dhaale suun surraa kan du'e sana poost gochuun gadda isa ibsachuu ni danda'a. Itti dabalees kan du'e akkuma godha ture wan adda adda poost gochun itti fayyadamuu nii danda'a.Gabaabumatti wan kan du'e godha ture hunda gochuu nii danda'a.

Dutti hin oole yoo dhufe akkawanti kessaan #Maati, Fira ykn hiriyaa kessan dhaalchisuuf 

#Setting =-achii

#General =-{Account Ownership anda Cintrol} achii

#Memorialization_setting :-achi

#Edit ykn 

#Choose_a_Friend kan jedhu yoo dhufe Maqaa nama dhaalchisu barbadu itti galchitu. 

Dhume Facebook kessan nama dhalchistaan jechudha.


➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖

Oddeeffannoo dabalataf tora kaniin fayyadamun nu argachu dandesu.

❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Facebook @the_Bigel_Official

Telegram @The_Bigel

YouTube  The Bigel

Blog www.bigelinfo.blogspot.com

❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

No comments:

Post a Comment