Sunday, 4 July 2021

Deep Feek maalidha?


 
Deep feek

*************************

Biyya kenya kessatti Fageenyi nuti Tekinoloojii irra qabnu wan addati. Nuuti Photoshop'f ama reefuu harawa garu addunyaan kana erga bira darbite woggoota bayyee lakkoofsiiste jirti.

Deep feek jechun suuraaf Sagaalee walitti makkun wan hin jiru ummu kan itti dandenudha. Deep feek irra caalatti shororkeessummaaf itti fayadamu. Kessatu amma Generative Adversarial Network (GANs) Artificial Intelligent wajjin walitti makamuun kan hojjatu waan nama aja'ibsiisuuha issa dhugan adda basun bayye ulfata namoonni dhima kana irrati gadi lixiinan hojjatanu adda basuuf nuti ulfata jedhu. Kana Deep Feek Suuraf Sagalee nama garagaraa fayyadamun wanta nami suura irra jiru jedhe fakkesun sagales kanuma isa kan durii inni dhima biraa irrati dubate sanaa irra fudhachuun dhima barbaadaniif fayyadamuu. Amma Chaayinaan Bara 2019 irra eegalte Deep Feek akka hojjatani gadi hin dhisnee dhorkitee jirti.


❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

Oddeeffannoo garagara argachuuf tora kenya kaniin fayyadamu dandesu 


Telegram    @The_Bigel

Facebook   @the_Bigel_Official 

Instagram  @thebigel22

Blogger  bigelinfo.blogspot.com

No comments:

Post a Comment