****************************
#Gmail n bu'aa 50 ol Googiilin nuuf kenuu kessa isa tokko yoo ta'u fayyida erga waljjiru tti#Gmail Imaalii yoo waljjijiru bu'aa bayye arganna. kessatu yoo Update yoo gotan.
#Gmail fayyida ini nuuf kennu kessa murasnii.
1ffaa:-#Google_Smart_Compose_Feature.
Ergaa tokko osoo barrresituu jechi barressa jirtu yaani issa yoo isiin jala bade/irranfataan Google isiin gargaraa.
Google smart Compose Feature kan jedhamu #Gmail irrati argama. Fayyidan kana jecha osoo barressa jirtan yoo isiin jala bade "kana jechuu barbadde jedhe". Yaada jecha tilmaamun isin gargara.
2ffaa:-#Schedule_emails_to_be_at_a_latet_date
Fayyidan kana fkn guyyaa 3 boda ergaan ykn Email erguu barbadan yoo jirate garu dhimmi bira yoo isiiniti jirate ykn isiini mijatu dide, Email hardha barresitee guyya 3 boda fkn Roobii sa'aatii 12 irrati Email akka erguu Bellaama qabachun nii dandetuu.
3ffaa:- Gamilii bakka Intarneetiin hin jirretti ykn #offline yoo taataniyuu Gmailii fayyadamu nii dandeetu.
4ffaa:-#Confidential_Mode.
Kuun fayyida Gmaillin nuuf kenu kessa isa tokko. Fkn poropoozala Hojji, Barrefama Diirama, ykn Qoranno garagara ta'u danda'a. Walumaagalatti wan iccitii ta'e tokko osoo namaf erguu barbadanii, namni suun fayyila itti erge sana na jala balesuu danda'a ykn qama biratti dabarse na jala kenna iccitii kiyya jeettani sodachu daandetu. Garu Gamilii kessan #Confidential_Mode_On yoo gotan iccitn kessan isiin jala hin badu tasuma. Namni iccitii kessan ergite suun Dokumentii kessan #copii, #Delete/balleesu nama biraf erguus ta'e wan bira gochu hin danda'u dubbisu qofa danda'a. Kanaf iccitii kessan hala addan isiiniif ega.
5ffa:-#Gmailii yoo bantu Googliin iddoo duwwaa 15GB tolaan isiinif kenna kanaf isiun suuraa viidiyoo fii Dokumentii barbadan irra kawwaatani tolaan fayyadamu dandeetu.
Kanaf hundi kenya Gmaa'ili akawwanti banee itti ha fayyadamnu.
Horaa Bulaa
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
Oddeeffannoo dabalataf tora kaniin fayyadamun nu argachu dandesu.
❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀
Facebook @the_Bigel_Official
Telegram @The_Bigel
YouTube The Bigel
Blog www.bigelinfo.blogspot.com
❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀

No comments:
Post a Comment