Termux Maali...??******************
Teermux jechun Linux irrati kan hunda'ee Adriod Hacking dhaf Application software dha.
#CommandLineInterfasiin fayyadamtootaf akka muldhatutti han hojjatamee dha. Command garagaraa baressun wantoota bayyee #Hack gochu nii dandenya.
Termuux fayyadamun
💻 Brute force Hacking
💻Socail Engineering
💻Web Hacking
💻SMS Hacking
💻Call Longs Hacking
💻Android Camera Hackimg
💻Web Cam Hacking
💻Password Attacking
💻IP tracking
💻Wifi Hacking fii k.k kan fakkatan hojjachuu nii dandeenya.
Termuux kara laman fayyadamu ni dandeenya bilbila Root ta’ef hin tanneen.
Bilbila Vershin isani 5.0 ool ta'an irrratti fayyadamu nii dandenya garu bilbilooni version isani kana gadi ta'an Root goone fayyadamuu dandeenya.
Application yoo barbadan #Playstore irra nii argatu
❀✤┈┈┈••✦✦••┈┈┈✤❀
Oddeeffannoo garagaraa argachuuf tora kenya kaniin ffayyadamun nuu argachuu dandesu.
Telegram @The_Bigel
Facebook @the_Bigel_Official
Instagram @thebigel22
Blogger bigelinfo.blogspot.com
website kana irra oddefanno waqtawa fii ajja'ibsiiso garagara wan argataniif marsariti kenya dawwachu hin dagatins
Saturday, 3 July 2021
Termuux Maalidha?
Subscribe to:
Post Comments (Atom)

Itti dabali
ReplyDelete