Akkam jirtu akkuma bekkamu rakko yeroo amma biyyi kenya kessa jirtu kessatu Rakko yeroo ama Oromiyaan kessa jiru bayye nuu yaadesa guyya guyan ilmaan oromoo du'a jiru. nutiis kun bayye akka nu yaadesu isin hubachuun feena kana gama kaminu wan kana bayiisnee baalaleefanna. ilmaan oromoo dhuma jiranif hanga nuuf danda'amen sagalee ni tana addunyitti dhagesiisuf wan nu irra eggamu hund ni bahanna.
website kana irra oddefanno waqtawa fii ajja'ibsiiso garagara wan argataniif marsariti kenya dawwachu hin dagatins
Saturday, 26 June 2021
isiinf kun...
Marsaritiin kenya oddefanno guyya guyyan kana jirenya kessanif barbachisa ta'e file isinif dhihessina. irra caalaati kan itti xiyyefannu wa'ee Tekinolojijitti. kana dhalonii amma kun gama kanaf sii'awa wan ta'ef nuttis kaanuma hubachun wantota gama kanan jiran guyya guyyan isiinif dhihesuuf qopgofne jira isinis nutti dhihachun yaada kessn nuuf qoda. afaanuma kenyan tikinolojji baranne wal barsiisna.
Off Egannof
Akkuma bekkamu windows 11 gaddi dhifame jira wanta jedhamutu jira. garu dhabatichi nii beksiise male hanga ammati gadii hin dhisne. kan gadii dhifaman kara hannan wan ta'eef software virus bayye ulfata ta'e off kessa qaba kanaf oso hanga kara official ta'en hanga dhabatici(mirosoft) gadi dhistu egannr update godhanne garidha.
Jalaleen Naa Jiijjirte
12-4-2012
Jalaleen Naa Jiijjirte
Jalallee tiyya takka turtee garu na jijjirte jirti
Turban tokkof na
dhukkube ture namnii na bira hin jiru
bilbilii kiyyas cufa ture, ergaa naf fayyee bode gara mana jalallee tiyaa yoo
demuu jalaleen tiyya nama biraa wajiin jirtii erga naga gafadhe bode enyuu wol
habaruu jenaan jalallen tiyaa akkas nan jette ‘’ jalalle kiyya walbaradhu’’
naan jete
JALALLEE torbaan
tokko gutuu essa baddee bilbila kee cufatee
ANA na dhukubeen
mana ture essayuu hin demnee
JALALLEE bilibila
maaf cuufatee wanta jalallee bira wajiin turtefii mitii
ANA lakki akkasi
mitti wanuma na dhukubeef bilbila kiyya hin charjesuu hin dandene
JALALLEE ama
dhisii odduu soba malumafuu jalallee kiya kanan walbarii
ANA na hubadhuu
lubbuu maloo
JALALLEE ama
yerroo na jala hin gubiin
ANA rabbiin siif
ha kenuu kaa
Torban boda
Ishiin jalalee ishii harawa san kan durba bira wajiin
ergaa(message) sii jaladha jedhuu walii baressa argitee, issaan wal lolte
Gara gabitee kiya dhuftee
JALALLEE naan
balesee dhifamaa
ANA ama dhisii
hunduu darbe jira !!
JALALLEE dhifama
maloo!!
ANA dhifama siif
godhee jira garuu ama bode sii wajiin jirachuu hin danda’uu nagahatii
Nagenyii Rabana alamiin isiin irra ha jirtatu
SHEMSEDIN ABATE
GEDEB
SOUTHE ETHIOPIA
Invest your self
Invest your self
Ilmaa namatif Qixaa kan kenname yoo jiratee YERROO
qafadha.Yerro kee itti fayadamuu yoo dandete ittin jijjitamta…off jiijiru yoo
dandetee namota kawan jiijjiru ni dandeta, off jiijiruf yoo YERROO sitti
fudadahatee nama birra jijjiru hin dandetu .(Invest yourself) off irrat inest
godhii jalqaba off jijjiri. Yadaa kee jiijjiri, ilallcha ke Itti
Ijjari, hasawa ke gamamamii jirachuun ke yoo hardha itti fayyadamte dha.haradha
irra yerroon amma. Amma immo daraba jira
! gafiin akkamiti darba jira kan jedhudha. Gaffii kanaf debbin atti debistu. Borru
jecha jedhu irra offuma kettu murtessa.
Hardha itti fayyadami
SHEMSEDIN ABATE
MASH
Documentary
Backing to my identity
Backing to my identity
23/06/2012
#Enyuu want fedhe ha dubatu wanbarbade ha jedhu anii Anuma,
namaf jedhe rakkadha, namaf jecha jirenya kiyya dhabe,namaf jecha hirriiya kiya
dhabe, namaf jecha jalaala kiya woreege namaf jecha kana hunda ta’e jira.
#Gammachuu namaf jecha wanta kana hunda ta’e ama garu na ha
gahu. Ama garu jirenya kiya kan dhugatii debi’ee jira. Namni barbadee kan na
wajiin jirachu fedhuu akka amala kiyattii ana wajjiin jirachu danda’a garu ama
boda namaf jecha jirachuun na namaf jecha woregamuun na gahu jira.
#Amala kiya sireesuuf jecha lubbu kiya dhabuu, hin qabu akka
akka amala kiyatii jirachu barbada. Kayoo baldha qaba muldhata heedu qaba iddo
garii gahu barbada, fedhii mattii kiya, fira kiya, biyya kiya gutu fedha kanaf
amala kiya akka wan garii tokkoti ilaale jirachu barbada.
#Kana duba kan woregamuuf kayyoo kiya qofaf, bayyeen nama of
qofa jalata wanta baebadu erga ii irra argate duda siiti kena . Atti na basii
YAA WAQQAA KIYA.
Ilmii Nama bar...!!
NAMA NA AWWALE OSSO HIN AWWALIIN…
Ilmii nama bar !
Yoo
hin funee maliif hin fune?
Yoo
futee amo maal hanga amma kan hin umanne?
Ijjolee
lama maal sadiiffa hin dabaltanii?
Hadhamana
kee wajjin yoo waal-dhabdee maal osso wal hikkuun jiru maaltu sii jeqe?
Nama
taphatuu yoo tate Odduu jalata siin jedhu.
Yoo
Caldhistee akka wanta gara kessatii qabatetti sii yaadu
Yerro
tokko tokko taphata yerro tokko tokko immo caldhiisa yoo tate, inni akkanuma
kessii issa hin baramuu siin jedhuu.
Tasa
naga yoo gafate inni offtula siin jedhu, baqa hasawuu dha.
Yoo
furdate nii hasawu
Yoo
huqatee nii hasawu
Bayye
cima yoo tate nii hasawu
Wolala
yoo tate nii hasawuu
Robba
yoo ta’e ebada qorra !
Yoo
hasoftee oddessa siin godhu
Yoo
haqumma hojjate sii jibbu
Yoo
itti dhihatte wanta fayyidaf itti dhihatte itti fakata
Akka
irra fagatuu barbada
Mata
gaddi qabate yoo itti dhihatte sii tufatu
Hojji
yoo adda kute sii tufatu
Hojji
yoo hjjate sii hamatu
Mallaqa
yoo qabate qillensa irra sii hafarsu
Yoo
sitti barede ni Hinaafu
Yoo
off qulqulesitte ijja siiti bayisuu
Yoo
xuroftee adda sii basuuf yaalu
Nama aja’iba
Ø Namni yoo du’e hidhii qulqulefatu
Ø Kufati namati balbaldhomina basu
Ø Yoo jirenyi namaf darbee nii
Hinafu
Ø Yoo qabata tate nama namatu sii
bekka
Ø Yoo dhaba tate nama bekta
Ø Yoo dhaba tate namni sii jibba
Amas
inuma hasawama !?
Fayyida
male jalalii hin jiru !
Ana
male nuuyi hin jiru!
Afaan
irra male onne irra hin jiru!
Araba
maale hojjin hin jiru
Barumsa
male bekumsi hin jiru
……………………………………………………………………………
Addduma!!!!
Daldaalan
ni soba
Doktori
bekumsan daldala
Soreesi
hiyyesaf hin gaddu
Dhukubniif
duti yoo bayate kan sii gorsii murasa
male bayyen hin jiru
Addunyan
baddif marfamte jirti lubbun qaliin rakafte jirti
…itti fuufa… share,
like
SHAMSADDIIN ABBATTEE ttiin
kan Qophahee filmii Gababa mata-duren issa
NAMA
NA AWWALE OSSO HIN AWWALIIN …jedhu irra kan fudhatame
EXECUTIVE PRODUCER SHEMSEDIN A. and
MASH TUBE
EDITOR KAARKARROO FILMS
MASH DOCUMENTARY MARCH 7, 2020
